MASARAA EEGUMSAA Adoolessa 2015 | Macaafa Qulqulluu Qayyabachuu Ni Barbaaddaa?

Addunyaa mara irratti namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman qophii dhugaa baatonni Yihowaa kaffaltii malee Macaafa Qulqulluu namoota qayyabsiisuuf godhan irraa ni fayyadamu. Barumsi kun siinis kan fayyadu akkamitti akka taʼe ilaali.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Macaafa Qulqulluu Qayyabachuun Maaliif Barbaachise?

‘Yeroo hin qabu’ ykn ‘dirqama wayii keessa galuu hin barbaadu’ jettee yaaddee beektaa?

Sagantaa Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Namoota Hundaaf

Sagantaa Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu keenya ilaalchisee gaaffilee yeroo hedduu gaafataman saddeetiif deebii argadhu.

MAREE KITAABA QULQULLUU IRRATTI HUNDAAʼE

Ayyaanni Yaadannoo Duʼa Yesus Kabajamu Kan Qabu Maaliifi?

Namoonni hedduun gaafa Ayyaana Qillee guyyaa dhaloota Yesus, gaafa Faasikaa immoo duʼaa kaʼuu isaa kabaju. Dhugaa Baatonni Yihowaa garuu duʼa isaa kan yaadatan maaliifi?

Kana Beektaa?

Arkiʼooloojiin Macaafa Qulqulluu ni deggeraa? Leenconni biyyoota Macaafa Qulqulluu keessatti caqasaman keessaa yoom badan?

FAKKEENYA AMANTII ISAANII HORDOFAA

“Anatu Iddoo Waaqayyootti Ilaalamaa Ree?”

Maatii kee keessatti hinnaaffaa, wal ganuun ykn jibbi uumamee beekaa? Taanaan seenaan Macaafa Qulqulluu waaʼee Yoseef dubbatu si gargaara.

Deebii Gaaffii Macaafa Qulqulluu

Ijoolleen itti gaafatamummaan akka itti dhagaʼamu gootanii guddisuu kan dandeessan akkamitti?

Wantoota garabiraa

Yoon Kadhadhe Waaqayyo Na Gargaaraa?

Waaqayyo waaʼeen rakkina keenyaa isa yaaddessaa?