MASARAA EEGUMSAA Adoolessa 2014 | Wanta Gara Fuulduraatti Taʼu Beekuu Kan Dandaʼu Jiraa?

Deebiisaa beekuunkee jireenya keerratti jijjiirama fiduu dandaʼa.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Muraasni Raawwatamaniiru, Baayʼeen Garuu Hin Raawwatamne

Waaʼee gara fuulduraa sirriitti raajuudhaan kan beekamu eenyudha?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Wanta Gara Fuulduraatti Taʼu Beekuu Kan Dandaʼu Jiraa?

Gara fuulduraa ilaalchisee raajii amanamaan jira.

MAREE KITAABA QULQULLUU IRRATTI HUNDAAʼE

Dhugaa Baatonni Yihowaa Yesusitti Ni Amanuu?

Ni amanu taanaan, Dhugaa Baatota Yesus jedhamanii maaliif hin waamaman?

Qorumsa Moʼuu Ni Dandeessa!

Tarkaanfiiwwan sadan ejjennoo cimaa qabaachuuf si gargaaran.

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

Gaaffii Hunda Kan Naa Deebisan Macaafa Qulqulluutti Fayyadamaniiti!

Isoolinaa Laameelaa isheen moloksee Kaatolikii, boodammoo Koominiistii turte jireenya lamaanittuu hin gammadne. Yeroo booda, Dhugaa Baatota Yihowaa kan argatte siʼa taʼu, Macaafa Qulqulluurraa kaayyoo jireenyaa itti himaniiru.

Deebii Gaaffii Macaafa Qulqulluu

Kaayyoon lafti itti uumamte ni raawwatamaa?