MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Hagayya 2014

Maxxansi kun matadureewwan qayyabannaa Fulbaana 29 hanga Onkoloolessa 26, 2014⁠tti qayyabataman kan qabatedha.

“Yeroodhaan Nyaata” Argachaa Jirtaa?

Namni tokko karaa hafuuraa cimuuf wantoota hojjetaa amanamaan qopheessu hunda argachuu qabaa?

Kaayyoo Yihowaa Keessatti Dubartoonni Gahee Akkamii Qabu?

Miidhaa Addaamiifi Hewwaan ajajamuu diduunsaanii dubartootaafi dhiirotarraan gaʼe ilaali. Muuxannoo dubartoota amanamoo bara durii turan tokko tokkoo ilaali. Akkasumas, yeroo harʼaa dubartoonni Kiristiyaanota taʼan hojii Waaqayyoorratti gumaacha akkamii gochaa akka jiran ilaali.

Dubbii Waaqayyoo Isa Jiraataatti Fayyadamaa!

Dhugaa Baatonni Yihowaa hundi tajaajilarratti buʼa qabeessa taʼuu barbaadu. Yaadawwan yeroo namoota mariisisnu Dubbii Waaqayyoottiifi tiraaktotatti akkamitti fayyadamuu akka dandeenyu argisiisan ilaali.

Yihowaan Kan Nutti Dhihaatu Akkamitti?

Yihowaa wajjin walitti dhufeenya cimaa qabaachuu qabna. Qophiin furiifi Macaafni Qulqulluun Yihowaan ofitti nu dhiheessuusaa kan argisiisu akkamitti akka taʼe baradhu.

Bakka Jirtan Hundumaatti Sagalee Yihowaa Dhagaʼaa

Yihowaa dhaggeeffachuufi isaa wajjin qunnamtii qabaachuun hammam barbaachisaa akka taʼe baradhu. Matadureen kun Seexanniifi cubbuun, Yihowaa dhaggeeffachuurraa akka nu hin deebisne gochuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe beekuuf nu gargaara.

‘Deebiʼiitii Obbolootakee Jabeessi!’

Obboleessi jaarsa tureefi mirga kana dhabe tokko, deebiʼee ‘hojii baʼeessa hawwuu’ ni dandaʼaa?

Gaaffii Dubbistootaa

Yesus namoonni duʼaa kaʼan “hin fuudhan hin heerumanis” yeroo jedhetti waaʼee namoota lafarra jiraachuuf duʼaa kaʼanii dubbatee?

KUUSAA KEENYA KEESSAA

“Yureekaa Diraamaan” Namoonni Baayʼeen Dhugaa Macaafa Qulqulluu Akka Argatan Gargaareera

“Footoo Diraamaa oov Kiriʼeeshiniin” gabaabbatee dhihaate kun bakka fagoo taʼetti, bakka ibsaan hin jirrettillee argisiifamuu ni dandaʼa.