MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Waxabajjii 2014

Maxxansi kun matadureewwan qayyabannaa Hagayya 4 hanga 31, 2014⁠tti qayyabataman kan qabatedha.

Guddina Gochuuf “Daandii Kee Wal Qixxeeffadhu”

Wantoota gufuu sitti taʼan of duraa kaasuudhaan galmawwan hafuuraa keerra gaʼuu kan dandeessu akkamitti?

Gaaffii Dubbistootaa

Kiristiyaanonni Reeffa Gubuunsaanii Sirriidhaa?

Kiristiyaanota Wal Hiikan Gargaaruu Kan Dandeenyu Akkamitti?

Hiriyoonni gaaʼelaa erga wal hiikanii booda rakkoon akkamii akka isaan mudatuufi miirri akkamii akka isaanitti dhagaʼamu baradhu.

‘Waaqa Keessan Jaalladhaa’

Yesus garaa keenya, jireenya keenyaafi yaada keenya guutuudhaan Yihowaa akka jaallannu yommuu dubbate maal jechuusaa akka taʼe baradhu.

‘Nama Akka Mataa Keessaniitti Jaalladhaa’

Yesus nama akka mataa keenyaatti jaallachuu akka qabnu yommuu dubbatu maal jechuusaati? Kana gochuu kan dandeenyu akkamiiti?

Ni Yaadattaa?

Masaraa Eegumsaa dhiheenyatti baʼan akka gaariitti dubbisteettaa? Gaaffiiwwan armaan gadii deebisuuf yaali.

Dadhabina Namootaatiif Ilaalcha Akka Yihowaa Qabduu?

Obboloota dadhaboo fakkaataniif caalaatti ilaalcha sirrii qabaachuu ni dandeessa.

Warri Kaan Dandeettiisaaniitti Guutummaatti Akka Fayyadaman Gargaaraa

Obboloota dargaggoo ykn haaraa taʼan guddina akka argisiisan gargaaruu kan dandeenyu akkamitti?