MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Caamsaa 2014

Maxxansi kun malawwan gaaffii tajaajilarratti nu mudatuuf deebii quubsaa kennuuf nu gargaaran sadii ibsa. Jaarmiyaa Waaqayyootiif amanamoo taʼuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi?

‘Nyaannikoo Jaalala Waaqayyoo Raawwachuudha’

Daawit, Phaawulosiifi Yesus jaalala Waaqayyoo raawwachuutti gammadu turan. Naannoo tajaajilaa rakkisaa taʼetti tajaajillus jaalalasaa kan raawwannu akkamitti?

Nama Hundumaaf Deebii Kennuu Kan Qabnu Akkamitti?

Gaaffii nuu dhihaatuuf caqasoota akka gaariitti ibsuudhaan deebii kennuu kan dandeenyu akkamitti? Malawwan deebii amansiisaa kennuuf nu gargaaran sadii ilaali.

Tajaajilarratti Seera Isa Beekamaa Taʼe Hordofaa

Namoota tajaajilarratti argannu hunda akkamitti qabuu qabna? Tajaajilaa wajjin haala wal qabateen gorsi Yesus Maatewos 7:12⁠rratti kenne kan nu fayyadu akkamitti?

SEENAA JIREENYAA

Yihowaan Dhugumaan Na Gargaareera

Keeneez Liitil Yihowaan ija jabinaafi amanannaa akka qabaatu isa gargaaruusaa dubbateera. Carraaqqii ija jabinaan godheef akkamitti akka isa eebbise ilaali.

Yihowaan Waaqa Qindoominaan Hojjetudha

Seenaan Israaʼeloota duriifi Kiristiyaanota jaarraa jalqabaa tajaajiltonni Yihowaa lafarra jiran qindaaʼuu akka qaban kan argisiisu akkamitti?

Jaarmiyaa Yihowaa Wajjin Fuulduratti Deemaa Jirtaa?

Dhiheenyatti sirni Seexanaa ni balleeffama. Jaarmiyaa Waaqayyo yeroo harʼaa lafarratti itti fayyadamaa jiruuf amanamoo taʼuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi?

KUUSAA KEENYA KEESSAA

‘Hojiin Midhaan Sassaabuu Hedduun Hojjetamuu Qaba’

Biraaziilitti Dhugaa Baatonni 760,000 ol taʼan misraachoo lallabaa jiru. Ameerikaa Kibbaatti hojii midhaan sassaabuu kan jalqaban akkamitti?