MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Sadaasa 2013

Yeroo Yihowaan sirna hamaa kana akka balleessu eeggachaa jirru kanatti, obsasaa dinqisiifachuufi karaa hafuuraa dammaqoo ta’uu kan dandeenyu akkamitti? Yeroo har’aatti Yihowaafi Yesus hoolotasaanii warra lafarratti argaman kan tiksan akkamitti?

‘Dammaqinaan Kadhadhaa’

Kiristiyaanonni dhugaan yeroo hundumaa kadhannaa dhiheessuu kan qaban maaliifi? Yommuu namoota kaaniif kadhattu kan fayyadamu eenyu?

Namoota Kaan Gargaaruu Kan Dandeenyu Akkamitti?

Buusiin namoonni hojii addunyaa maraa Dhugaa Baatota Yihowaa deggeruuf godhan, karaa hafuuraafi karaa foonii namoota gargaaruuf kan oolu akkamitti akka ta’e baradhu.

‘Waaqayyoon Eeggachuu’ Kan Dandeenyu Akkamitti?

Wantoonni yeroon Yihowaan sirna hamaa kanarratti tarkaanfii itti fudhatu akka ga’e argisiisan maalfa’i? Dinqisiifannaa obsa Yihowaatiif qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

SEENAA JIREENYAA

Waaqayyoon Tajaajiluun Dawaa Isaaf Ta’eera!

Oneesmas, dhibee ostiyoojenasis imparfektaa ykn dhibee lafeen salphaatti akka cabu godhuu wajjin dhalate. Abdiin Waaqayyo kenneefi Macaafa Qulqulluu keessa jiru kan isa jajjabeesse akkamitti?

Geggeessituu Torbaafi Gurguddaa Namaa Saddeet—Nuuf Hiika Maalii Qabu

Hisqiyaas, Isaayaas, Miikiyaasiifi ilmaan mootii Yerusaalem keessa turan tiksitoota gaarii ta’uusaanii kan argisiisan akkamitti? Geggeessituun torbaafi gurguddaan namaa saddeet yeroo har’aa eenyuun argisiisu?

Tiksitoota Yihowaan Muudeef Abboomamaa

Ilaaltonni olaanaan hoolota Waaqayyoo akka eeganiif hafuura qulqulluudhaan muudaman. Hoolonni isaan dhaga’uu kan qaban maaliifi?

Tiksitoota Kan Taatan Fakkeenya Tiksitoota Hunda Caalanii Hordofaa

Miseensi gumii tokko karaa hafuuraa gargaarsi yommuu isa barbaachisu jaarsoliin gumii gargaarsa akkamii gochuufii danda’u? Jaarsoliin fakkeenya Yesus Kiristos isa ‘tiksee guddicha’ ta’ee hordofuu kan danda’an akkamitti?

KUUSAA KEENYA KEESSAA

‘Akkuma Qocaa Manashee Keessa Jirtuun Ture’

Dhuma bara 1929⁠tti Kufaatiin Dinagdee Guddaan addunyaarra ga’ee ture. Tajaajiltoonni yeroo guutuu yeroo rakkisaa ta’e kanatti akkamitti jiraachaa turan?