MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Caamsaa 2013

Lallabaa Wangeelaa Taʼuudhaan Gaʼee Keessan Raawwadhaa

Yeroo harʼaa namoonni misiraachicha dhagaʼuun kan isaan barbaachise maaliifi? Lallabaa wangeelaa taʼuudhaan akka gaariitti gaʼee keenya raawwachuu kan dandeenyuhoo akkamitti?

Hojii Gaariidhaaf Hinaaffaa’ Qabaadhaa

Matadureen kun tajaajilarratti hinaaffaadhaan hirmaachuufi amalli gaariin argisiisnu namoonni Waaqayyotti akka dhihaatan kan godhu akkamitti akka taʼe ibsa.

Gaaffii Dubbistootaa

Bara duriitti saboonni hedduun, yakkamtoota mukarratti ykn utubaarratti fannisanii ajjeesu turan. Israaʼeloonni duriihoo akkas godhu turanii?

Akka Gaariitti Walii Galuudhaan Gaaʼela Keessan Jabeessaa

Akka gaariitti walii galuun gaaʼela gammachiisaa taʼe qabaachuuf barbaachisaadha. Matadureen kun amalawwan akka gaariitti walii galuuf nu gargaaruu dandaʼan adda baasee ibsa.

Warriifi Ijoolleen Maree Jaalalarratti Hundaaʼe Godhaa

Wantoonni akka gaariitti walii galuuf gufuu taʼan tokko tokko maalfaʼi? Rakkina kana moʼuun kan dandaʼamu akkamitti?

SEENAA JIREENYAA

Jireenyi Keenya Kaayyoo Qabeessa Kan Taʼe Akkamitti?

Paatriishaan ijoollee dhibee dhalootaan darbuufi darbee darbee uumamuun miidhaman lama qabdi. Rakkinni isaanirra gaʼuyyuu jireenya kaayyoo qabu jiraachuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe baradhu.

Filannaa Sirrii Gochuudhaan Dhaala Keessan Eeggadhaa

Kiristiyaanonni dhaala hafuuraa akkamii qabu? Fakkeenya Esaawuurraa barumsa akeekkachiisa nuu taʼu akkamii arganna?

KUUSAA KEENYA KEESSAA

‘Yeroo Qorumsaatti’ Jabaatanii Dhaabataniiru

Waraana Addunyaa Isa Tokkoffaa bara 1914 jalqaberratti, Barattoonni Macaafa Qulqulluu siyaasarraa walaba taʼuunsaanii kan beekame akkamitti akka taʼe dubbisi.