MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Sadaasa 2012

“Fedha Kee Gochuu Na Barsiisi!”

Faakkeenya Daawiti hordofuufi ilaalcha Yihowaan wantootaaf qabu qabaachuu kan dandeenyu akkamitti?

Wanti Isaanirraa Hafe Qaawwa Dhaba Warra Kaanii Duucha

Kiristiyaanonni jaarraa jalqabaa warra rakkatan gargaaruuf, jiʼa jiʼaan qarshii murtaaʼe ni kaaʼu turan. Nuyis wanta wal fakkaatu gochuu kan dandeenyu akkamitti?

Yesus Gad Of Deebisuudhaan Fakkeenya Taʼeera

Amala gad of deebisuu Yesus Kiristos argisiiserraa faayidaa argachuu kan dandeenyu akkamitti?

Hundumaarra Kan Xinnaattan Taʼuuf Carraaqaa

Hariiroo warra kaanii wajjin qabnuun amala gad of deebisuu akka qabnu akkamitti argisiisuu dandeenya?

Gaaffii Dubbistootaa

Yaanni Yesus qeenxee taʼuu ilaalchisee dubbate hiika maalii qaba?

Yihowaan Dhiifama Kan Godhu Taʼuunsaa Siif Hiika Maalii Qaba?

Akkaataa Yihowaan namoota bara dhuriitti cubbuu hojjetan itti qabe, dhiifama gochuuf fedhii kan qabu taʼuusaa ilaachisee baramusa hedduu nu dabarsa.

Waliif Dhiisaa

Fakkeenya Yihowaan dhiifama gochuuf kan qophaaʼe taʼuudhaan argisiise hordofuu kan dandeenyu akkamitti.

‘Ergaa Kanaan Dura Dhagaʼame Hunda Kan Caaludha’

Bara 1926tti Bartoonni Macaafa Qulqulluu (Dhugaa Baatonni Yihowaa bara sanatti maqaa kanaan waamamau turan) magaalota Kaanaadaa afur keessatti buufata raadiyoo dhuunfaasaanii qabu turan.