Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Wantoota Weeb Saayitii Keenyarra Jiran Battalumaan Argadhu!

Wantoota Weeb Saayitii Keenyarra Jiran Battalumaan Argadhu!

Wantoota Weeb Saayitii Keenyarra Jiran Battalumaan Argadhu!

Maxxansa kanarraa jalqabee barruun Dammaqaa! koodota QR (quick response) jedhan kan qabu taʼa. Koodonni kun maalidha? Koodonni kun mala addaa, wantoota Weeb saayitii keenyarra jiran salphaatti argachuuf gargaaranidha. Gama kanaan kan si barbaachisu kompiitara taableetii kaameeraafi Intarneetii qabu ykn moobaayilii ammayyaa (ismaartifoon) qabaachuu qofadha.

[Fakkii fuula 16⁠rra jiru]

1 Sooftweerii QR dubbisu feʼadhu.

2 Sooftweericha bani.

3 Koodicha dubbisiisi.

Achiis Weeb saayitii keenya argatta!