DAMMAQAA! Amajjii 2013 | Biyya Lafaa Ofitoo Taʼe Keessatti Ijoollee Warra Kaaniif Yaadan Guddisuu

Dogoggora baramaa taʼeefi warri tokko tokko raawwatan sadiirraa fagaachuu kan dandeenyu akkamitti?

Addunyaa Mararraa

Haalawwan tibbana addunyaa maratti raawwatamaniifi xiyyeeffannaa namootaa hawwatan hordofi.

MAATIIDHAAF

Mucaa Keessan Isa Dargaggeessa Taʼee Wajjin Haasaʼuu Kan Dandeessan Akkamitti?

Yommuu mucaa keessan isa dargaggeessa taʼee wajjin haasoftan ni aartuu? Wantoonni akka aartan godhan maal faʼi?

GAAFANNOO

Baayookeemistiin Tokko Amantiishee Ibsite

Ragaawwan saayinsii akkamii akka argatteefi Macaafa Qulqulluutti kan amante maaliif akka taʼe ilaali.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Biyya Lafaa Ofittoo Taʼe Keessatti Ijoollee Warra Kaaniif Yaadan Guddisuu

Karaawwan ijoolleen keessan ofittoo akka hin taane gargaaruu itti dandeessan sadan ilaalaa.

BIYYOOTAA FI UUMMATA

Kaameruuniin Daawwachuu

Waaʼee aadaafi saba biyya Afriikaa kanaa ilaali.

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Jannata

Samiirramoo bakka lafarratti argamtudha? Namoota akkamiitu achi keessa jiraata?

QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?

Simbirri Baarteeyildi Goodwiit Jedhamtu Kallattii Itti Balaliitu Akkamitti Beekti?

Waaʼee simbira guyyaa saddeetiif godaansa dinqisiisaa gootu kanaa dubbisi.