Imala Seenaa Keenyaa

Viidiyoowwan gaggabaaboon kun seenaa Dhugaa Baatota Yihowaa fi hojiiwwan isaan hojjetan nu yaadachiisu.

Imala Seenaa Keenyaa​—Kennaa Faarfannaa, Kutaa 1

Dhugaa Baatonni Yihowaa faarfannaa muuziqaadhaan qindaaʼetti fayyadamanii Yihowaa waaqeffachaa kan turan akkamitti akka taʼee fi waaʼee seenaa muuziqaa baradhu.

Imala Seenaa Keenyaa​—Kennaa Faarfannaa, Kutaa 2

Waaʼee Kitaabota faarfannaa garaagaraa Dhugaa Baatonni Yihowaa jaarraa darbetti waaqeffannaadhaaf itti fayyadamaa turanii baradhu.

Qaamni Olaanaan Tokkummaa Cimsa—Kutaa 1

Qaamni Olaanaa Dhugaa Baatota Yihowaa obboloota addunyaa maratti argamanii wajjin tokkummaa cimaa qabu kan eegu akkamitti?

Qaamni Olaanaan Tokkummaa Cimsa—Kutaa 2

Qaamni Olaanaa Dhugaa Baatota Yihowaa obboloota addunyaa mara jiran gidduutti tokkummaan akka dagaagu kan godhe akkamitti?

Imala Seenaa Keenyaa​—Walgaʼii Naannoo

Seenaa walgaʼiiwwan aanaa fi walgaʼiiwwan naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa baradhu.

Imala Seenaa Keenyaa​—MEEPSIIN ‘Afaan Hundaan’ Lallabuuf Nu Gargaareera

Dhugaa Baatonni Yihowaa teknooloojiitti fayyadamuudhaan barreeffamoota bifa maxxansaa fi dijitaalaatiin afaan 1,000 oliin akkamitti qopheessaa akka jiran ilaali.

Imala Seenaa Keenyaa​—Hojii Ijaarsaa Tiʼookiraasii

Dhugaa Baatonni Yihowaa addunyaa maratti Galmawwan walgaʼii kuma hedduutti lakkaaʼaman kan ijaaran maaliif akka taʼe ilaali.

Imala Seenaa Keenyaa​—Fiilmii fi Viidiyoodhaan Barsiisuu

Dhugaa Baatonni Yihowaa waggaa 100 oliif fiilmii fi viidiyootti fayyadamaa kan turan akkamitti akka taʼe ilaali.

Imala Seenaa Keenyaa​—Lallaba Addabaabaayii

Dhugaa Baatonni Yihwaa balʼinaan kan beekaman bakka namoonni hedduun argamanitti isaaniif lallabuudhaani. Imala seenaa lallaba addabaabaayii isaanii ilaali.

Imala Seenaa Keenyaa​—Tajaajila Misiyoonummaa

Dhugaa baatonni Yihowaa kallattii arfanittuu misiyoonota kumaan lakkaaʼaman erganiiru. Seenaa tajaajila misiyoonummaa isaanii ilaali.

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN

Kuusaa Keenya Keessaa

Waaʼee namootaa fi taʼeewwan seenaa ammayyaa Dhugaa Baatota Yihowaa keessatti argamanii dubbisi.