Afaan Oromoo
‘Wanta Ijaan hin Argine Abdachuu’
https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/1102016358/univ/art/1102016358_univ_sqr_xl.jpg

‘Wanta Ijaan hin Argine Abdachuu’

‘Wanta Ijaan hin Argine Abdachuu’

Nama Iyoob jedhamuu fi bara duriitti ture tokko irra rakkinni hedduun gaʼee ture. Bara keenyattis maatii Eetaan irra rakkinumti wal fakkaatu yommuu gaʼu ilaali. Xumura irratti madaallii isaanii akka eeggatan wanti isaan gargaare maali dha?