‘Wanta Ijaan hin Argine Abdachuu’

Seexanni ejjennoo keenyaa laaffisnee abdii qabdu hunda akka dhabnu gochuu barbaada. Ejjennoo cimaa qabaachuu fi madaallii keenya eeggachuu kan dandeenyu akkamitti?

‘Wanta Ijaan hin Argine Abdachuu’—Seensa

Maatii tokko rakkina kitaaba Iyoob keessatti caqasamee wajjin wal fakkaatutu mudate. Qorumsi akka kan isaanii yoo nu irra gaʼes Yihowaan nu gargaara.

‘Wanta Ijaan hin Argine Abdachuu’

Viidiyoo dinqisiisaan kun amanamummaa kee eeggachuu fi abdii Waaqayyo siif kennetti maxxanuuf si gargaara.