Kitaaba Qulqulluu Dubbisuu fi Qoʼachuu
Kitaaba Qulqulluu Dubbisuu
Kitaaba Qulqulluu kan Dubbistu Maaliifi?
Namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman Kitaaba Qulqulluu dubbisuudhaan kan fayyadaman akkamitti?
Sagantaa Kitaaba Qulqulluu Dubbisuuf Gargaaru
Sagantaa dubbisa Kitaaba Qulqulluu guyyaa guyyaadhaaf taʼu, waggaa tokkoof taʼu, seenaawwan isaa beekuuf taʼu ykn namoota haaraa jalqabaniif taʼu yoo barbaadde sagantaan kun si gargaaruu dandaʼa.
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Dubbisuu Jalqabuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
Malawwan Kitaaba Qulqulluu dubbisuun salphaa fi caalaatti gammachiisaa akka taʼu godhan shanan.
Kitaabni Qulqulluun Na Gargaaruu kan Dandaʼu Akkamitti?—Kutaa 1: Kitaaba Qulqulluu Qoradhu
Saanduqa bara durii guddaa faayaawwan gatii guddaa qabaniin guutame tokko yoo argite, wanta achi keessa jiru beekuuf hin hawwituu? Kitaabni Qulqulluun saanduqa faayaawwan gatii guddaa qabaniin guutame wajjin wal fakkaata. Ogummaa hedduu of keessatti qabateera.
Kitaabni Qulqulluun Na Gargaaruu kan Dandaʼu Akkamitti?—Kutaa 2: Dubbisni Kitaaba Qulqulluu Kee Gammachiisaa Akka Taʼu Godhi
Gorsawwan gaarii seenaawwan Kitaaba Qulqulluu akka siif dhugooman gochuu dandaʼan shan.
Kitaabni Qulqulluun Na Gargaaruu kan Dandaʼu Akkamitti?—Kutaa 3: Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Kee Irraa Caalaatti Faayidaa Argadhu
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu irraa faayidaa argachuuf gorsa si gargaaran afur.
Dargaggoonni Waaʼee Kitaaba Qulqulluu Dubbisuu Yeroo Dubbatan
Dubbisuun carraaqqii gochuu gaafata. Taʼus, Kitaaba Qulqulluu dubbisuun baayʼee nama kiisa. Dargaggoonni afur Kitaaba Qulqulluu dubbisuu isaaniitiin faayidaa akkamii akka argatan yeroo dubbatan dhaggeeffadhu.
Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu
Macaafa Qulqulluu Qayyabachuu Kan Qabnu Maaliifi?
Macaafani Qulqulluun, namoonni miliyoonaan lakkaaʼamaniifi addunyaarratti argaman, gaaffiiwwan gurguddaa jireenyasaanii keessatti isaan mudataniif deebii akka argatan gargaaraa jira. Namoota kana keessaa tokko taʼuu barbaaddaa?
Macaafa Qulqulluu Qayyabachuun Maaliif Barbaachise?
‘Yeroo hin qabu’ ykn ‘dirqama wayii keessa galuu hin barbaadu’ jettee yaaddee beektaa?
Tarkaanfiiwwan Yaada Kitaaba Qulqulluu Hubachuuf Barbaachisan Kam Faʼi?
Ergaa isaa isa faayidaa guddaa qabu hubachuu ni dandeessa.
Kitaabni Qulqulluun Dhugaa Dhaa?
Kitaaba Qulqulluu kan barreessise Waaqa yoo taʼe kitaaba kaan irraa adda taʼuu qaba.
Meeshaalee Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuuf Gargaaran
Meeshaalee Kitaaba Qulqulluu gammachuudhaan akka qoʼattu si gargaaranitti fayyadami.

