Kadhannaa

Kadhachuun Maaliif Barbaachise?

Maaliif Kadhanna? Waaqayyo Kadhannaa Kootiif Deebii ni Kennaa?

Waaqayyoo kadhannaa keetiif deebii kennuun isaa yeroo baayʼee wanta ati raawwatu irratti kan hundaaʼe dha.

Waaqayyo Kadhannaa Keenya Ni Dhagaʼaa?

Waaqayyo karaa sirrii taʼeen yommuu kadhannu akka nu dhagaʼu, Kitaabni Qulqulluun ni mirkaneessa.

“Yaaddoo Keessan Hundumaa Isa Irratti Gataa”

Waaʼee wanta si dhiphisuu fi si yaaddessuu dhugumaan kadhachuu ni dandeessaa? Kadhannaan namoota dhiphinaa wajjin walʼaansoo godhan gargaaruu kan dandaʼu akkamitti?

Kadhachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Waaqayyo Kadhannaa Kee Akka Dhagaʼu Akkamitti Mirkanaaʼaa Taʼuu Dandeessa?

Sagalee ol kaastee ykn callistee iddoo kamittis taʼe yeroo kamitti iyyuu Waaqayyotti kadhannaa dhiheessi. Yesuus waaʼee maalii akka kadhannu akka beeknu nu gargaareera.

Akkamitti Kadhachuu Qabna?—Kadhannaan Gooftaa Hunda Irra kan Caalu Dhaa?

Kadhannaan fudhatama qabu kadhannaa Yaa Abbaa Keenyaa jedhu qofa dhaa?

Waaʼee Maalii Kadhachuun Dandaʼa?

Waaqayyo wantoota dhuunfaatti nu yaaddessan salphisee hin ilaalu kan jennu maaliif akka taʼe hubachuuf yaalaa.

Waaqayyo Biratti Fudhatama Argachuuf Kadhachuu Keessan Itti Fufaa

Waaqayyo akka nu dhagaʼuu fi nu eebbisuuf akkamitti kadhachuu dandeenya?

Waaqayyo Kadhannaa Hunda ni Dhagaʼaa?

Namni tokko ofittummaadhaan kakaʼee yoo kadhate ni dhagaʼaa? Namni tokko manatti haadha manaa isaa miidhaa, eebba Waaqayyoo argachuuf yoo kadhate hoo?

Waaqayyo Kadhannaawwan Tokko Tokko kan hin Dhageenye Maaliifi?

Waaʼee gosa kadhannaa Waaqayyo hin dhageenyee fi namoota Waaqayyo kadhannaa isaanii hin dhageenye baradhu.

Maqaa Yesuusiin Kadhachuu kan Qabnu Maaliifi?

Maqaa Yesuusiin kadhachuun Waaqayyoof ulfina kan fiduu fi Yesuusiif kabaja akka qabnu kan argisiisuu akkamitti akka taʼe hubachuuf yaali.

Gara Qulqullootaatti Kadhannaa Dhiheessuun Qabaa?

Wanta Kitaabni Qulqulluun gara eenyuutti kadhannaa dhiheessuu akka qabnu ilaalchisee dubbatu baradhu.

Yeroo Hundumaa Kadhadhu

Vidiyoon garagalfamuu dandaʼu kun, ijoolleen yoomii fi eessatti kadhachuu akka dandaʼan barsiisa.