Wanta Haaraa

2026-08-19

YESUUS IRRAA BARADHU

‘Kirkira Lafaa’ Guddaa Ilaalchisee Yesuus Maal Jedhe?

Gara waggaa 2,000 dura, Yesuus kirkirri lafaa guguddaan akka taʼu raajii dubbatee ture. Keessumaa yeroo harʼaatti wanti Yesuus dubbate kun hiika addaa qaba kan jennu maaliifi?

2026-08-18

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Yaada Qoʼannaadhaaf Taʼu—Viidiyoowwan Keenyarraa Guutummaatti Fayyadami

Yaadawwan viidiyoowwan keenya jw.org irratti argamanirraa guutummaatti fayyadamuuf si gargaaran muraasa ilaali

2026-08-18

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Garaagarummaa Gumii Kee Keessa Jiru Dinqisiifadhu

Ilaalcha keenya balʼisuu fi amala garaagaraa obboloonni keenya qabaniif dinqisiifannaa qabnu guddifachuu kan dandeenyu akkamitti?

2026-08-18

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Waardiyyoonni mootii Roomaa uffata akkamii uffatu turan?

Loltoonni addaa kun uffata akkamii akka uffatanii fi akkamitti akka adda baafaman baradhu.

2026-08-18

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Rakkinni Diinagdee Yeroo Jiraatutti Wanta Qabnutti Gammannee Jiraachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?

Dhugaawwan buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu wanta qabdutti gammaddee jiraachuuf si gargaaru afur ilaali.

2026-08-18

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Sadaasa 2026

Maxxansi kun mata dureewwan Amajjii 4-31, 2027tti qoʼataman qabateera.

2026-08-06

DAMMAQAA!

Kophummaa Dandamachuu Kan Dandeessu Akkamitti?

Kophummaan kan baayʼate maaliif akka taʼe, akkamitti injifachuu akka dandeessuu fi michummaa horachuu akkamitti akka dandeessu baradhu.

2026-07-31

MUUZIQAA

Muuziqaa Addunyaa Maraa

2026-07-30

ODUU HAARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2026 Lakk. 4

Gabaasa kanarratti daawwannaa waajjira damee fi tika miseensonni Qaama Olaanaa waajjira dameef dhiheenya kana godhan ilaalchisee yaada nama jajjabeessu isinitti himna. Kana malees murtoo dhiheenya kana Noorweeyii fi Siwiidinitti jaarmiyaa keenya ilaalchisee manni murtii murteesse ilaalla.

2026-07-29

SEENAA JIREENYAA

Joseettee Gaarshiyaa: Biyya Garmalee Hoʼu Keessatti Gara Waggaa 50tiif Lallabuu

Joseetteef Maalii keessa jiraachuun ulfaataa turte. Taʼus, waggoota hedduudhaaf qajeelchituu addaa, achiis misiyoonii taatee achitti tajaajiluudhaan gammachuu argatteetti.

2026-07-27

ODUU HAARAA

“Hin Sodaatin”

2026-07-23

QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?

Gosa Raachaa Dhiignisaa Akka hin Kantarre Gochuu Dandaʼu—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Raachi xinnoon kun seelii dhiigaa diimaa harka caalaasaa tiruusaa keessatti kuufata; haalli akkasii yeroo baayʼee lubbuu balaadhaaf saaxila. Maarree raachi kun lubbuudhaan itti fufuu kan dandaʼu akkamitti?