Wanta Haaraa

2026-02-27

DAMMAQINAAN EEGAA!

Yakki Jibbaan Raawwatamu ni Badaa?—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Kitaabni Qulqulluun yakki jibbaan raawwatamu akka badu waadaa gala. Kana malees yeroo harʼaatti jibba dandamachuuf nu gargaara. Wanta Dubbiin Waaqayyoo jedhu dubbisi.

2026-02-17

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Nama Kitaaba Qulqulluu Keessatti Ibsame: Maanaayin—Wantoota Hafuuraatiif Dursa Kenni

Maanaayin qabeenyaa fi beekamtii argachuuf carraaquu mannaa wantoota hafuuraatiif dursa kan kenne akkamitti akka taʼe baradhu.

2026-02-17

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Caamsaa 2026

Maxxansi kun mata dureewwan Adoolessa 6–Hagayya 9, 2026tti qoʼataman qabateera.

2026-02-05

DAMMAQINAAN EEGAA!

Saʼaatiin Guyyaa Badiisaa Gara Halkan Walakkaatti Siqeera

Saʼaatiin Guyyaa Badiisaa yeroo kamiyyuu caalaa gara halkan walakkaatti siqeera. Yeroo gara fuulduraa ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun maal akka jedhuu fi ilaalcha gaarii qabaattee itti fufuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe baradhu.