Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Ebla 10-16

ERMIYAAS 22-24

Ebla 10-16
  • Faarfannaa 36 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “‘Garaa Ittiin’ Yihowaa ‘Beektan’ Qabduu?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Er 22:30—Labsiin kun Yesuus mirga teessoo Daawit dhaaluuf qabu kan isa hin dhabsiisne maaliifi? (w07-AM 3/15 10 key. 9)

    • Er 23:33—“Baʼaan Waaqayyo” maali dha? (w07-AM 3/15 11 key. 1)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsawwan kan biraa akkamii argadheera?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 23:25-36

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) g17.2 fuula jalqabaa—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) g17.2 fuula jalqabaa—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 5 key. 1-2—Akkamitti garaa baratichaa tuquun akka dandaʼamu argisiisi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU