Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Ebla 24-30

ERMIYAAS 29-31

Ebla 24-30
  • Faarfannaa 27 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Yihowaan Kakuu Haaraan Akka Hundeeffamu Dursee Raajii Dubbateera”: (Daq. 10)

    • Er 31:31—Kakuu haaraan akka hundeeffamu raajiidhaan kan dubbatame waggoota hedduu dura ture (it-1-E 524 key. 3-4)

    • Er 31:32, 33—Kakuu inni haaraan kakuu Seerichaa irraa adda dha (jr-E 173-174 key. 11-12)

    • Er 31:34—Kakuu inni haaraan guutummaatti cubbuudhaaf dhiifama argamsiisuu dandaʼeera (jr-E 177 key. 18)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Er 29:4, 7—Yihudoonni boojiʼaman Baabiloniif “nagaa barbaadaa” jedhamanii kan ajajaman maaliifi? Nuti hoo dhugaa buʼuuraa kana hojiirra oolchuu kan dandeenyu akkamitti? (w96-AM 5/1 11 key. 5)

    • Er 29:10—Caqasni kun raajiin Kitaaba Qulqulluu dhugaa taʼuu isaa kan argisiisu akkamitti? (g-AM 6/12 13-14 key. 1-2)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsawwan kan biraa akkamii argadheera?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 31:31-40

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Mat 6:10—Dhugaa Barsiisaa.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 9:6, 7; Mul 16:14-16—Dhugaa Barsiisaa.

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w14 12/15 21—Mata duree: Ermiyaas, Raahel Ijoollee Isheetiif Akka Boosse Yommuu Dubbatu Maal Jechuu isaa ti?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 129

  • Yaadachiisawwan Walgaʼii Naannoo: (Daq. 15) Qabxiiwwan Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii Ebla 2016 irraa mata dureewwan “Yaadachiisawwan Walgaʼii Naannoo“ fi “Duula Afeerrii Walgaʼii Naannoo“ jedhan jala jiran irra deebiʼi. Viidiyoo Yaadachiisawwan Walgaʼii Naannoo jedhu taphachiisi (kutaa OUR MEETINGS AND MINISTRY jedhu jalaa argama). Warri, lakkoofsa bilbilaa isaanii duuba kaardii ijoolleen isaanii qoma isaanii irratti rarraafatan irratti akka barreessan jajjabeessi. Akkana gochuun isaanii ijoolleen isaanii yoo badan, keessummeessitonni warra isaanii wajjin akka wal argan gochuuf isaan dandeessisa. Dhaggeeffattoonni walgaʼii naannoo 2017 irratti argamuuf hawwii akka qabaatan jajjabeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 5 key. 1-9

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 89 fi Kadhannaa