Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

DAMMAQAA! Lakk. 2 2017 | Humnoota Addaa Duuba Maaltu Jira?

Yeroo ammaatti, fiilmii fi sagantaawwan televizyinii irratti gochawwan humnoota addaatiin raawwataman kan akka vaampaayerootaa ilaaluun baramaa taʼeera.

Maal sitti fakkaata? Wantoonni kun bohaartii miidhaa hin qabne dhaa? Moo balaa hin mulʼanne qabu?

Barruun “Dammaqaa!” kun namoonni humnoota addaatti kan gammadan maaliif akka taʼee fi wanta humnoota kana duuba jiru dubbata.

 

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Waaʼee Humnoota Addaa Baruuf Fedhii Guddaa Qabaachuu!

Humnoonni addaa kan akka qaalluu, moortuu, vaampaayeroota, ekeraawwanii fi jiiniiwwanii qalbii namootaa hawwataniiru. Mmaaliif?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Kitaabni Qulqulluun Gocha Hafuurota Hamoo Irratti Hirmaachuu Ilaalchisee Maal Barsiisa?

Namoonni hedduun qaalluu fi gochawwan hafuurota hamoo irratti hirmaachuu ni shakku; Kitaabni Qulqulluun garuu akka salphaatti hin ilaalu; Dhimma kana ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun maal jedha? Maaliif?

QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?

Mala Kanniisni Qubachuuf itti Fayyadamtu

Malli kun qajeelfama roobootonni balaliʼan ittiin geggeeffaman qopheessuuf hojii irra akka ooluu wanti godhe maali dha?

MAATIIDHAAF

Yeroo Haati Yookiin Abbaan Duʼan

Haadha yookiin abbaa duʼaan dhabuun gadda baayʼee cimaa taʼe dha. Dargaggoonni miira gaddaa akkasii toʼachuuf maaltu isaan gargaaruu dandaʼa?

Yommuu Gaddi Ijoollee Mudatu

Dargaggoonni sadii, Kitaabni Qulqulluun duʼa miseensa maatii akka dandamatan kan isaan gargaare akkamitti?

BIYYOOTAA FI UUMMATA

Ispeeniin haa Daawwannu

Ispeen gosoota garaa garaa fi uummata heduu qabdi. Addunyaa irratti zayitii ejersaa oomishuudhaan biyyi Ispeeniin qixxaatu akka hin jirre beektaa?

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Fannoo

Namoonni hedduun fannoo akka mallattoo Kiristiyaanaatti ilaalu. Yesuus fannoo irratti duʼee? Barattoonni Yesuus waaqeffannaadhaaf fannootti fayyadamaniiruu?

Kitaaba Qulqulluu Hubachuu ni Barbaaddaa?

Ergaa Kitaaba Qulqulluu hubachuuf wanta si barbaachisuu fi wanta si hin barbaachisne beeki.