Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Caamsaa 15-21

ERMIYAAS 39-43

Caamsaa 15-21

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Yihowaan Nama Hundumaaf Akka Hojii Isaatti Deebisee ni Kaffala”: (Daq. 10)

    • Er 39:4-7—Zedeqiiyaan Yihowaadhaaf ajajamuu diduun isaa rakkina isatti fideera (it-2-E 1228 key. 4)

    • Er 39:15-18—Yihowaan Ebeed-Melek akka Isatti amanamu argisiisuu isaa akka dinqisiifatu argisiise (w12-AM 5/1 31 key. 5)

    • Er 40:1-6—Yihowaan, Ermiyaas isa tajaajilaa isaa amanamaa taʼeef kunuunsa godheera (it-2-E 482)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Er 42:1-3; 43:2, 4—Dogoggora Yohaannaan irraa maal baranna? (w03-AM 5/1 10 key. 10)

    • Er 43:6, 7—Yaada caqasa kanaa irraa barumsa gaarii akkamii arganna? (it-1-E 463 key. 4)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 40:11–41:3

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Isa 46:10—Dhugaa Barsiisaa. Deddeebii gaaffiidhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mul 12:7-9, 12 —Dhugaa Barsiisaa. Deddeebii gaaffiidhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 153 key. 19-20—Namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU