Suwiizarlaanditti Galmi Mootummaa yommuu kunuunfamu

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Caamsaa 2017

Ittiin Lixa

Ittiin lixa Masaraa Eegumsaa fi waaʼee gara fuulduraa dhugaa isaa barsiisuuf gargaaru. Yaadawwan kana irratti hundaaʼiitii ittiin lixa mataa kee qopheeffadhu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Fakkeenya Israaʼel Deebitee Akka Ijaaramtu Argisiisu

Yihowaan, Ermiyaas raajichi lafa akka bitu yommuu isa ajaje abdii akkamii kenne? Yihowaan gaarummaa isaa kan argisiise akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Ebeed-Melek—Nama Ija Jabinaa fi Gaarummaa Argisiisuudhaan Fakkeenya Taʼu

Inni Zedeqiiyaa mootichatti ija jabinaan dubbatee Ermiyaasiin boolla bishaanii keessaa hatattamaan baaseera; raajii Waaqayyootti gaarummaa argisiiseera.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Bakkawwan Waaqeffannaa Keenyaaf Kunuunsa Gochuu

Bakki waaqeffannaa keenya maqaa Waaqayyoo bakka buʼa, kanaaf qulqulluu fi akka gaariitti qabamuu qaba. Galma Mootummaa keenya kunuunsuu irratti hundi keenya hirmaachuu kan dandeenyu akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Nama Hundumaaf Akka Hojii Isaatti Deebisee ni Kaffala

Ermiyaas raajichis taʼe Zedeqiiyaa Mootichi badiisa Yerusaalemii wajjin kan wal qabatan taʼus seenaan isaanii baayʼee garaa gara dha.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yihowaan Jaalala Isin Argisiistan hin Irraanfatu

Yihowaan tajaajiltoota isaa warra sababii dullumaatiin tajaajilli isaanii jalaa daangeffame akkamitti ilaala?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

‘Ati Ofii Keetiif Wanta Guddaa Akkasii hin Fedhin!’

Baaruk Yihowaa waaqeffachaa fi Ermiyaasiin amanamummaadhaan deggeraa ture; yeroo tokkotti garuu madaallii isaa dhabe. Badiisa Yerusaalem irraa ooluuf maal gochuu qaba?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Namoota Gad Of Qaban ni Eebbisa; Warra Of Gurguddisan Immoo ni Adaba

Baabilon ishiin of tuultuun saba Yihowaa irratti gocha gara jabina raawwatteetti. Israaʼeloonni yaada gedderatan boojuudhaan ni deebiʼan. Baabilon hoo maal taate?