Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Fulbaana 21-27

BA’UU 27-28

Fulbaana 21-27

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Uffata Lubootaa Irraa Maal Barachuu Dandeenya?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Bau 28:15-21—Dhagoonni gati jabeeyyiin korojoo qomaa luba ol aanaa Israaʼel irratti maxxanfaman kan argaman eessaa taʼuu dandaʼa? (w12-AM 8/1 26 key. 1-3)

    • Bau 28:38—Wantoota qulqullaaʼaa kan jedhaman maalfaʼi? (it-1-E 1130 key. 2)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 27:1-21 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU