MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Guraandhala 2013
Kun Dhaala Hafuuraa Keenyadha
Wanta Yihowaan ilmaan namootaatiif sabasaatiif godhe dubbisuudhaan dinqisiifannaa dhaala hafuuraatiif qabdu guddifadhu.
Dhaala Hafuuraa Keenya Ni Dinqisiifattaa?
Waaʼee dhaala hafuuraa keenya beekuunkee amanamummaa Waaqayyoof qabdu eegdee akka jiraattu si gargaara.
Eegduun Mana Mootummaa Dhugaa Dhagaʼe
Phaawulos yeroo hunda dhugaa baʼa ture. Atis, akkasaa gochuuf fakkeenyasaarraa jajjabina argachuu kan danddeessu akkamitti akka hubachuuf maraduree kana dubbisi.
Dachaa Yihowaan Eegumsa Itti Godhu Keessaa Hin Baʼinaa
Dachaan eegumsi itti godhamu maalidha? Waaqeffattoonni Yihowaa achitti eegumsa argachuu kan dandaʼan akkamitti?
Akeeka Garaa Keessanii Eeggadhaa
Yeroo tokko tokko garaan keenyaa gochi tokko sirriidha jennee akka yaannu nu gochuuf yaala. Maarree, akeeka garaa keenyaa beekuuf maaltu nu gargaaruu dandaʼa?
Homtinuu Ulfina Argachuu Isin Hin Dhowwin
Waaqayyo biraa ulfina argachuu kan dandeessu akkamitti? Wanti ulfina akka hin arganne nu gochuu dandaʼu maalidha?
Miseensa Maatii Qayyaafaa Turte
Saanduqni reeffa Miiryaam qabatee jiru kun, namoonni Macaafa Qulqulluu keessatti caqasaman dhugumaan kan turaniifi toora maatii dhugaa taʼe kan qaban taʼuusaanii mirkaneessa.
KUUSAA KEENYA KEESSAA
‘Wanta Hin Irraanfatamneefi’ Yeroosaatti Dhufe
“Kiriʼeeshin Diraamaa” inni haaraan, Dhugaa Baatota Jarmanitti argaman, Waraana Addunyaa lammaffaarratti qorumsa amantii isaan mudate akka moʼan kan isaan gargaare akkamitti akka taʼe baradhu.