MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Muddee 1, 2007 Olaantummaa Yihowaafi Mootummaa Waaqayyoo Olantummaa Yihowaa Ni Deggertaa? Guyyaa Yihowaatiif Qophoofteettaa? ‘Jabaadhaa Dhaabadhaatii Gocha Yihowaan Isin Fayyisuudhaaf Raawwatu Ilaalaa!’ Mi’i Waraanaa Si Balleessuudhaaf Qopheeffame Si Miidhuu Hin Danda’u