Dhimma ijoo ta'etti seeni

Waaʼee Madda Jireenyaa

Waaqayyo Jiraachuu Isaa Irratti Amantii kan Qabaanne maaliifi?

Uumamni wal xaxaa taʼuunsaa piroofeesarri tokko murtoo guddaa tokko akka godhan isaan gargaareera.

Hayyuun Paatoloojii Sammuu Waaʼee Amantii Isaa Ibse

Piroofeesara Raajeesh Kaalaariyaan waaʼee hojii fi amantii isaa dubbate. Saayinsii fi jireenyi akkamitti akka dhufe akka qoratu kan isa kakaase maali dha?

Iiran Hoof Looraansoo: Ogeettiin Lafee Baqaqsanii Hodhuu Waaʼee Amantii Ishii Ibsite

Yaaliin baqaqsanii hodhuun hojjechaa turte wanta amantu irratti gaaffii akka kaastu godheera.

Hayyuun Imbiriyooloojii Amantii Isaa Ibse

Piroofeesar Yan-Der Shiwu jijjiirama tirannaatti amanaa kan ture taʼus, saayintiistii qorannoo geggeessu erga taʼee booda ilaalcha isaa jijjiireera.

Diizaayinariin Sooftiweerii Amantii Isaa Ibse

Doktoor Faan Yuun qorataa herregaa taʼee hojii isaa yommuu jalqabu jijjiirama tirannaatti amana ture. Amma garuu uumaa Waaqayyo akka taʼe ni amana. Maaliifi?

Hayyuun Fiiziksii Tokko Amantiisaa Ibse

Sababii lamaan Weenloongi Hiin uumaan akka jiru isa amansiisan.

Baayookeemistiin Tokko Amantiishee Ibsite

Ragaawwan saayinsii akkamii akka argatteefi Macaafa Qulqulluutti kan amante maaliif akka taʼe ilaali.