Dhimma ijoo ta'etti seeni

Mootummaa Waaqayyoo

Mootummaan Waaqayyoo Maali Dha?

Mootummaan Waaqayyoo bulchiinsa ilmaan namootaa hunda irra kan caalu maaliif akka taʼe ilaali.

Mootummaan Waaqayyoo Garaa Namootaa Keessa Jiraa?

Kitaabni Qulqulluun “Mootummaan Waaqayyoo isin keessa jira” yommuu jedhu maal jechuu isaati?

Mootummaan Waaqayyoo Maal Raawwata?

Yeroo bulchiinsi Waaqayyoo lafa bulchu maal eeggachuu akka dandeessu baradhu.

Bara 1914 Ilaalchisee Lakkoofsi Baraa Kitaaba Qulqulluu Maal Ibsa?

Raajiin Daaniʼel boqonnaa 4 irratti ‘bara torba’ ilaalchisee dubbatame bulchiinsa ilmaan namootaatiif yeroo murteessaa akka taʼe argisiisa.

Lafa Irratti Nagaan kan Dhufu Akkamitti?

Waaqayyo karaa Mootummaa isaa nagaa addunyaa fiduuf akkamitti akka waadaa gale baradhu.

“Furtuuwwan Mootummaa” kan Jedhaman Maali Dha?

Furtuuwwan kun maal banu? Kan fayyadaman eenyu faʼi? Kan banu hoo eenyu?