Addunyaa Hafuuraa
Samii
Samiin Maali Dha?
Akka Kitaaba Qulqulluutti hiika walii galaa sadii qaba.
Gara Samii kan Deeman Eenyu Faʼi?
Yaanni dogoggoraa namoonni gaariin hundi gara samii deemu jedhu baramaa dha. Kitaabni Qulqulluun dhugumaan maal jedha?
Yerusaalem Ishii Haaraan Maal Argisiisti?
Magaalaan adda taate kun dhiibbaa akkamii si irratti geessisti?
Waaqayyo Iddoo Murtaaʼe Tokko Qofa Jiraataa?
Iddoo Waaqayyo jiraatu ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun maal jedha? Yesuus hoo bakkuma kana jiraataa?
Maleekota
Maleekota Ilaalchisee Dhugaan Isaa Maali Dha?
Maleekota meeqatu jira? Maqaa dhuunfaa fi eenyummaa mataa isaanii qabuu?
Mikaaʼel Hogganaan Maleekotaa Eenyu Dha?
Maqaa kan biraa ati iyyuu caalaatti beektunis ni waamama.
Diyaabiloosii fi Jinniiwwan
Seexanni Dhugumaan Jiraa?
Diyaabilos yaada ykn amala hammeenyaa namoota keessa jiru dha moo qaama dhugumaan jiru dha?
Diyaabiloosiin kan Uume Waaqayyo Dhaa?
Seexanni eessaa dhufe? Yesuus, Diyaabiloosiin “dhugaatti jabaatee hin dhaabanne” kan jedhe maaliif akka taʼe baradhu.
Diyaabilos Maal Fakkaata?
Kitaabni Qulqulluun jawwee ykn leenca wajjin wal isa fakkeessuun isaa bifa isaa ni ibsaa?
Diyaabilos Namoota Toʼachuu ni Dandaʼaa?
Diyaabilos namoota irratti dhiibbaa kan godhu akkamitti? Kiyyoo isaatiin qabamuu irraa fagaachuu kan dandeenyu hoo akkamitti?
Rakkinoota Hundaaf Sababa kan Taʼe Diyaabilosii?
Kitaabni Qulqulluun maddi rakkina ilmaan namootaa maal akka taʼe ni ibsa.