Maatiin Keessan Gammachuu Qabaachuu Ni Dandaʼa

Seerawwan buʼuuraa Macaafa Qulqulluu hojii irra oolchuudhaan gaaʼelaa fi maatii gammachuu qabu qabaachuu ni dandeessa.

Maatiin Keessan Gammachuu Qabaachuu Ni Dandaʼa

Seera buʼuuraa Macaafa Qulqulluu hojiirra oolchuudhaan, gaaʼelaafi maatii gammachuu qabu qabaachuu ni dandeessa.

KUTAA 1

Gaaʼela Gammachuu Qabu Argachuuf Gargaarsa Waaqayyoo Gaafadhaa

Gaaffiiwwan salphaa lama of gaafachuunkee gaaʼelakee fooyyessuuf si gargaara.

KUTAA 2

Walii Keessaniif Amanamaa

Gaaʼela keessatti ejjarraa fagaachuun alatti karaan amanamummaa argisiisuu itti dandeenyu jiraa?

KUTAA 3

Akkaataa Rakkina Furuun Itti Dandaʼamu

Akkaataan hiriyoonni gaaʼelaa itti wal qaban gaaʼellisaanii cimaafi gammachuu kan qabu ykn dadhabaafi gaddisiisaa akka taʼu gochuu dandaʼa.

KUTAA 4

Akkaataa Qarshiitti Sirriitti Fayyadamuun Itti Dandaʼamu

Wal amanuufi dhugaa dubbachuun faayidaa akkamii qaba?

KUTAA 5

Firoota Keessanii Wajjin Nagaa Qabaachuu Kan Dandeessan Akkamitti?

Gaaʼela keessan utuu hin miidhin warra keessan akka kabajjan argisiisuu ni dandeessu.

KUTAA 6

Jijjiirama Mucaan Gaaʼelarratti Fidu

Mucaa godhachuun hariiroo keessan cimsuu ni dandaʼaa?

KUTAA 7

Akkaataa Mucaa Keessan Barsiisuu Itti Dandeessan

Sirreeffamni seeraafi adaba caalaa waan dabalatu qaba.

KUTAA 8

Haalli Gaddisiisaan Yommuu Isin Mudatu

Gargaarsa gaafadhu.

KUTAA 9

Maatiidhaan Yihowaa Waaqeffadhaa

Waaqeffannaa maatii keessanitti caalaatti gammaduu kan dandeessan akkamitti?