Gabaasa Waggaa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa 2022

Hojiin lallabaa Dhugaa Baatonni Yihowaa Fulbaana 2021 hanga Hagayya 2022tti addunyaa maratti raawwatan maal akka fakkaatu ilaali.

Dimshaasha 2022

Gabaasni kun Dhugaa Baatonni Yihowaa addunyaa maratti lallabuuf carraaqqii akkamii akka godhanii fi maallaqa hammamii akka baasan argisiisa.

Gabaasa Biyyootaa fi Naannoowwanii 2022

Gabaasni kun lakkoofsa Dhugaa Baatota Yihowaa, namoota cuuphamanii, namoota Ayyaana Yaadannoorratti argamanii fi kan biraa qabateera.

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

GAAFFIIWWAN YEROO BAAYʼEE GAAFATAMAN

Addunyaarra Dhugaa Baatota Yihowaa Meeqatu Jira?

Baayʼina Dhugaa Baatotaa akkamitti akka beeknu ilaali.

GAAFFIIWWAN YEROO BAAYʼEE GAAFATAMAN

Dhugaa Baatonni Yihowaa Manaa Gara Manaa Kan Deeman Maaliifi?

Wanti Yesus bartoonnisaa durii akka hojjetan ajaje maal akka taʼe baradhu.

ITTIIN LIXA TAJAAJILAA

Dhugaa Baatonni Yihowaa Eenyu?

Namoonni baayʼeen dhugaa baatonni Yihowaa eenyu akka taʼan beekuu barbaadu. Isaanuma irraa waaʼee isaanii caalaatti beekuuf yaali.

WAAʼEE KEENYA

Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Waaʼee obbolummaa keenya addunyaa maratti argamuu caalaatti baradhu.

WAAʼEE KEENYA

Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama?

Dhugaa Baatonni Yihowaa addunyaa maratti kaffaltii malee Macaafa Qulqulluu namoota qayyabsiisuudhaan beekamu. Akkamitti akka isaan qayyabsiisan ilaali.