Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Qola Duubaa

Qola Duubaa

Qola Duubaa

Kitaabni kun gaaffii dhimmoota armaan gadii ilaalchisee qabduuf deebii argachuuf si gargaara

SAALA FAALLAA

JIJJIIRAMOOTA SI MUDATAN

HIRIYUMMAA

MANA BARUMSAA FI HIRIYOOTA KEE

MAALLAQA

WARRA KEE

MIIRA KEE

BASHANNANA

GUDDINA HAFUURAA KEE

Gorsi amantu si barbaachisa! Kitaabni Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2​ffaan gorsa akkasii qabateera. Akkuma jildii isa jalqabaa, kitaabni kunis gaafannoo dargaggoota dhibbaan lakkaaʼamanii fi addunyaa maratti argamaniif godhame qabateera. Dargaggoonni kun gorsa Kitaaba Qulqulluu irraa faayidaa argataniiru. Siinis akkamitti akka si gargaaru ilaali.

“Ogummaa argadhu, hubannaas argadhu.”—Fakkeenya 4:5.