Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Ebla 9-15

MAATEWOS 27-28

Ebla 9-15
  • Faarfannaa 69 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Dhaqaatii Barattoota Godhaa—Maaliif, Eessatti, Akkamitti?”: (Daq. 10)

    • Mat 28:18—Yesuus aangoo guddaa qaba (w04-AM 7/1 8 key. 4)

    • Mat 28:19—Yesuus duula hojii lallabuu fi barsiisuu addunyaa maratti godhamuuf namoota waameera (“barattoota godhaa,” “saba hundumaa keessaa” qabxiiwwan qoʼannaa Mat 28:19, nwtsty-AM)

    • Mat 28:20—Namoonni wanta Yesuus barsiise hunda akka baratanii fi hojii irra oolchan isaan gargaaruu qabna (“isaan barsiisaa” qabxii qoʼannaa Mat 28:20, nwtsty-AM)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 27:51—Golgaan bakka lamatti tarsaʼuun isaa maal argisiisa? (“golgaa,” “mana qulqullummaa” qabxiiwwan qoʼannaa Mat 27:51, nwtsty-AM)

    • Mat 28:7—Maleekaan Yihowaa dubartoota bakka awwaalaa Yesuus dhufan kan kabaje akkamitti? (‘Inni duʼaa akka kaʼe barattoota isaatti himaa’ qabxii qoʼannaa Mat 28:7, nwtsty-AM)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 27:38-54

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Deddeebii Gaaffii JalqabaaViidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) g17.2 14—Mata duree: Yesuus Fannoo Irratti Duʼee?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU