Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAARFANNAA 26-33

Ija Jabina Argachuuf Yihowaatti Amanamaa

Ija Jabina Argachuuf Yihowaatti Amanamaa

Daawit, tarkaanfii Yihowaan isa oolchuuf fudhate yaadachuun isaa ija jabina qabaachuuf isa gargaareera

27:1-3

  • Yihowaan, dargaggummaa isaatti Daawitiin afaan leencaa irraa oolcheera

  • Yihowaan, Daawit hoolota isaa eeguuf amaaketa akka ajjeesu isa gargaareera

  • Yihowaan, Daawit Goliyaadiin akka ajjeesu isa gargaareera

Akkuma Daawit ija jabina qabaachuuf maaltu nu gargaara?

27:4, 7, 11

  • Kadhannaa

  • Lallabuu

  • Walgaʼiiwwan irratti argamuu

  • Qoʼannaa dhuunfaa fi waaqeffannaa maatii

  • Warra kaan jajjabeessuu

  • Kanaan dura Yihowaan akkamitti akka nu gargaare yaadachuu