MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Sadaasa 2018

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Muddee 31, 2018 hanga Guraandhala 3, 2019 kan qabate dha.

‘Dhugaa Bitadhu, Matumaas hin Gurgurin’

Dhugaa bitachuu jechuun maal jechuu dha? Takkaa erga argannee booda, jabeessinee qabachuu kan dandeenyu akkamitti?

“Ani Dhugaa Kee Keessa Nan Deddeebiʼa”

Dhugaa gatii guddaa qabuu fi Yihowaan nu barsiise jabeessinee qabaachuuf murtoo goone jabeeffachuu kan dandeenyu akkamitti?

Yihowaa Amanadhu, Jiraadhus!

Kitaabni Anbaaqom rakkinni kan nu irra gaʼu taʼus tasgabbii qabaachuu akka dandeenyu nu gargaaruu dandaʼa.

Yaada Keessan Irratti Eenyutu Dhiibbaa Gochaa Jira?

Dhiibbaa kan isin irratti godhu yaada Yihowaa utuu hin taʼin, yaada namaa taʼuu isaa akkamitti beekuu dandeessu?

Yaada Yihowaa kan Ofii Keessanii Godhachaa Jirtuu?

‘Sammuu keenya haaressuu’ jechuun maal jechuudha? Kana gochuu kan dandeenyu hoo akkamitti?

Gaarummaa—Amala Dubbii fi Gochaan Argisiifamu

Gaarummaan kutaa hafuura Waaqayyoo keessaa tokko dha. Amala gaarii kana akkamitti horachuu dandeenya?

Gaaffii Dubbistootaa

Gargaartonni Sabaa Yesuus galgala duʼuu isaa dura turetti dubbate eenyu turan? Maqaa ulfinaa kana hoo kan argatan maaliif ture?

Yihowaadhaaf Kennaa Akkamii Kennuu Dandeenya?

Fakkeenya 3:9 irratti ‘qabeenyi keenya isa gatii guddaa qabu’ kan jedhame maali dha? waaqeffannaa dhugaa babalʼisuuf akkamitti itti fayyadamuu dandeenya?