DAMMAQAA! Lakk. 4 2016 | Barsiifata Kee Toʼachuu kan Dandeessu Akkamitti?

Hubattus hubachuu baattus barsiifanni kee jireenya kee irratti dhiibbaa gaarii ykn gadhee ni geessisa.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Barsiifata Kee Toʼachuu kan Dandeessu Akkamitti?

Barsiifanni kee akka si miidhu utuu hin taʼin akka si fayyadu godhi.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

1. Dhugaa Jiru Amanii Fudhadhu

Barsiifata gaarii qabaachuu fi barsiifata gadhee qabdu hunda dhiisuun guyyaa tokkotti hin dandaʼamu. Duraa duubaan kana gochuu.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

2. Wanta Dhiibbaa Gadhee Si Irratti Godhu Irraa Fagaadhu

Namootaa fi wantoota murtoo sirrii taʼe akka gootu si gargaaranitti dhihaadhu.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

3. Matumaa Abdii hin Kutatin

Barsiifata haaraa qabaachuu fi barsiifata moofaa dhiisuun yoo sitti ulfaate illee abdii hin kutatin!

Kitaabni Qulqulluun Saalqunnamtii Saala Wal Fakkaatu Gidduutti Raawwatamu Ilaalchisee Maal Jedha?

Gocha gadhaaʼummaa ni balaaleffataa? Namoota gadhaaʼummaa raawwatan jibbuu jajjabeessaa?

MAATIIDHAAF

Rakkoowwan Irratti Mariʼachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Akkaataa dhiironnii fi dubartoonni yaada isaanii itti ibsan garaa gara dha. Garaa garummaa keessan hubachuun kee aarii irraa si oolchuu dandaʼa.

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Duraa duubaan kana gochuu

Kitaabni Qulqulluun, ‘amantii malee Waaqayyoon gammachiisuun akka hin dandaʼamne’ dubbata. Amantiin maali dha? Qabaachuu kan dandeessu akkamitti?

QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?

Morma Goondaa

Goondaan wanta qaama isaa irra dachaa hedduu caalaa ulfaatu baachuu kan dandaʼe akkamitti?

Wantoota garabiraa

Wal Qoccoluu Dhiisuu Kan Dandeessan Akkamitti?

Hiriyaa gaaʼelaa keessanii wajjin yeroo hunda wal qoccoltuu? Seerawwan buʼuuraa Macaafa Qulqulluu akkamitti isin gargaaruu akka dandaʼan baradhaa.

Dargaggoonni Waaʼee Waaqayyotti Amanuu Dubbatu

Viidiyoo daqiiqaa sadii kana keessatti dargaggoonni Uumaan jiraachuu isaa wanta isaan amansiise dubbatu.