Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

DAMMAQAA! Lakk. 2 2020 | Rakkinni Kan Nu Irra Gaʼu Maaliifi?

Namni kam iyyuu yeroo taʼe tokkotti, wanti gaddisiisaan, tarii dhukkubni, balaan nam-tolchee, balaan uumamaa ykn yakki isa mudachuu dandaʼa.

Namoonni dhimmoota armaan gadiif deebii barbaadu.

  • Namoonni tokko tokko rakkinni nu irra gaʼu dursee akka murtaaʼe ykn wanta nu irra gaʼu matumaa hambisu akka hin dandeenye isaanitti dhagaʼama.

  • Namoonni kaan immoo, rakkinni kan nu irra gaʼu wanta gadhee jireenya keenya duraanii keessatti raawwanneen kan kaʼe akka taʼe dubbatu.

Haalli gaddisiisaan yeroo baayʼee namoonni gaaffiiwwan hedduun akka isaanitti uumaman godhu.

Namoonni tokko tokko maal jedhanii amanu?

Sababa rakkinaa irratti ilaalcha amantiiwwan garaa garaa qaban wal bira qabii ilaali.

1 Rakkina Keenyaaf Waaqayyotu Itti Gaafatamaa?

Namoonni barumsawwan Waaqayyoon karaa dogoggoraa ibsaniin gowwoomfamaniiru. Dhugaan isaa maali dha?

2 Rakkina Keenyaaf Numatu Itti Gaafatamaa?

Deebiin isaa eeyyee, yoo taʼe, rakkina keenya hirʼisuuf humna qabna jechuu dha.

3 Namoonni Gaariin Kan Rakkatan Maaliifi?

Kitaabni Qulqulluun deebii gaaffii kanaa beekuuf nu gargaara.

4 Akka Rakkannuuf Uumamnee?

Waaqni wantoota babbareedoo uume jireenya rakkisaa akka jiraannu ni barbaada jedhanii yaaduun sirriidhaa? Sirrii miti taanaan, dogoggoraa akkamiitu uumame?

5 Rakkinni Ni Badaa?

Kitaabni Qulqulluu Waaqayyo rakkina akkamitti akka balleessu nutti hima.

Gargaarsa Argachuu Dandeessu

Rakkinni keenya furmaata kan hin arganne yoo fakkaate, qajeelfamni amansiisaan gargaarsa kennuu dandaʼu jira.