Qophiiwwan Adda Taʼan

QOPHIIWWAN ADDA TAʼAN

Walgaʼii Guddaa Afaan Taagaaloogiin Roomaatti Geggeeffame—“Maatii Guddaan Deebiʼee Tokko Taʼe!”

Dhugaa Baatota Yihowaa kumaan lakkaaʼamanii fi Awurooppaa keessa jiraataniif afaan isaaniitiin walgaʼiin guyyaa sadii kan geggeeffame yeroo jalqabaatiifi dha.

QOPHIIWWAN ADDA TAʼAN

Walgaʼii Guddaa Afaan Taagaaloogiin Roomaatti Geggeeffame—“Maatii Guddaan Deebiʼee Tokko Taʼe!”

Dhugaa Baatota Yihowaa kumaan lakkaaʼamanii fi Awurooppaa keessa jiraataniif afaan isaaniitiin walgaʼiin guyyaa sadii kan geggeeffame yeroo jalqabaatiifi dha.

Tikeetii Xiyyaaraa 19,000 Akka Kennaatti Kennuu

Miisiyoononnii fi obboloonni biyya alaatti tajaajilaa jiran walgaʼii akka hirmaatan, akkasumas maatii isaanii wajjin yeroo akka dabarsan qophiin isaanii taasifame.

Eebba Mana Barumsaa Macaafa Qulqulluu Giilʼaad Kutaa 138ffaa

Barattoonni Bitootessa 14, 2015 eebbifaman. Hirmaattonni hundi waaʼee Waaqa keenya Yihowaa barachuu akka itti fufanii fi fakkeenya Yesus Kiristos akka hordofan jajjabeeffaman.

Yaada Ijoo Eebba Mana Barumsaa Giilʼaad Kutaa 138ffaa

Sagantaa eebbaa kana irratti faarfannaawwan haaraan afur kan baʼan siʼa taʼu, eebbifamtoonni leenjii fi itti gaafatamummaa isaanii ilaalchisee maal gochuu akka qaban ibsameera.

Walgaʼiiwwan Biyyoolessaa 2014—Dhugaa Baatonni Yihowaa Dursanii Mootummicha Barbaadu

Obboloota addunyaa maraa walgaʼii ‘Mootummaa Waaqayyoo Barbaachuu Keessan Itti Fufaa!’ jedhamuuf walitti qabaman ilaali.

Jaalalaan Tokko Taʼan—Walgaʼii Firaankifart, Jarmaniitti Taasifame

Namoonni kumaan lakkaaʼaman, biyyootaa fi aadaa garaa garaa keessaa dhufan walitti qabamanii nagaa fi tokkummaadhaan dabarsan.

Atlaantaan Dhugaa Baatota Yihowaa Simatte

Abbootiin taayitaa keessummoota Adoolessaa fi Hagayya 2014tti walgaʼiirratti argamuuf biyyoota 28 keessaa dhaqan jajan, akkasumas simatan.

Gabaasa Walgaʼii Waggaa!​—Onkoloolessa 2014

Walgaʼiin waggaa seena qabeessa taʼe kun bulchiinsa Mootummichaa isa waggaa 100 guute kan nu yaadachiisu ture!

Yaada Ijoo Walgaʼii Waggaa​—Onkoloolessa 2014

Keessummoonni kumaan lakkaaʼaman walgaʼii waggaa Waach Taawor Baayibil Eendi Tiraakti Soosaayitii Oov Pensilvaaniyaa 130ffaa irratti argamuuf walitti qabamanii turan. Yaada ijoo qophii waggaa 100ffaa Mootummichaa nu yaadachiisu kanaa ilaali.

Eebba Mana Barumsaa Macaafa Qulqulluu Giilʼaad Kutaa 137ffaa

Hirmaattonni hundi akka gadi of deebisanii fi yaada Yihowaa garaa isaanii keessa akka galchan jajjabeeffaman.

Yaada Ijoo Eebba Mana Barumsaa Giilʼaad Kutaa 137ffaa

Manni Barumsaa Giilʼaad bara 1943 kaasee namoonni fedhii qaban waaʼee Waaqayyoo dhugaa isaa akka beekan gochaa jira. Eebbaa irraa wantoota ijoo ilaali.

Qaamni Olaanaan, Dhugaa Baatota Yihowaa Raashiyaa Fi Yuukreen Keessatti Argaman Jajjabeesse

Miseensonni Qaama Olaanaa, Dhugaa Baatota Yihowaa naannoo karaa siyaasaa hin tasgabboofne keessa jiraatan jajjabeessuuf gara Raashiyaa fi Yuukreen deeman.

Eebba Mana Barumsaa Macaafa Qulqulluu Giilʼaad Kutaa 136ffaa

Barsiisonnii fi warri haasaa dhiheessan kaan barattoonni yaada akka Yesus akka qabaatan jajjabeessaniiru. Warri eebba kana irratti argaman gaafannoowwanii fi hojiin argisiisa dhihaatanitti gammadaniiru.

Yaada Ijoo Eebba Mana Barumsaa Giilʼaad Kutaa 136ffaa

Sagantaan eebbaa kun haasaa, gaafannoo fi hojiin argisiisa tajaajila irratti mudate dabalata.

Intarneetiidhaan Viidiyoo Addunyaa Maratti Tamsaasuu

Namoonni miliyoona 1.4 taʼan qophii addaa kan biyyoota 31 keessatti akka hordofan wanti taasise maali dha?