Dhimma ijoo ta'etti seeni

Caamsaa 30, 2019
WANTA HAARAA

Qabiyyee Haaraa—Muuxannoowwan

Qabiyyee Haaraa—Muuxannoowwan

Weebsaayitiin jw.org qabiyyee “Muuxannoowwan” jedhu ni qabaata. Kutaa kana keessatti mata dureewwan “Kitaabni Qulqulluun Jireenya Namootaa ni Jijjiira” jedhanii fi walitti aananii baʼan dabalatee muuxannoowwan Dhugaa Baatota Yihowaa haaraa fi kanaan dura baʼan argachuu dandeessa.

Appilikeeshinii JW Library keessatti garuu kutaa haaraan “Muuxannoowwan” jedhu kun muuxannoowwan haaraa baʼan qofa qabaata.

Kutaa “Muuxannoowwan” jedhu kana weebsaayitii keenya irraa kutaa “Waaʼee Keenya” jedhu jalaa fi appilikeeshinii JW Library irratti immoo kutaa “Matadureewwan Walitti Aananii Baʼan” jedhu jalaa argachuu dandeessa.