Dhimma ijoo ta'etti seeni

Caamsaa 4, 2022
WANTA HAARAA

Kutaa Viidiyoo Haaraa: “Mata Dureewwan Walitti Aananii Baʼan”

Kutaa Viidiyoo Haaraa: “Mata Dureewwan Walitti Aananii Baʼan”

Mata duree haaraan, “Mata Dureewwan Walitti Aananii Baʼan” jedhu jw.org fi JW Laayibrarii irratti, kutaa Viidiyoo jedhu keessatti dabalameera. Kutaa kana keessatti viidiyoowwan walitti aananii baʼan, kanneen akka “Michuu Yihowaa Taʼi,” “Barumsa Masaraa Eegumsaa Irraa Argannu,” “Wantoota Jaarmiyichi Raawwate,” “Imala Seenaa Keenyaa” “Qaamni Kana tolche Jiraa?,” fi “Animeeshinii Gabatee Adii” argachuu dandeessu.

Jijjiirama armaan gadii irraan kan hafe, Kutaan “Viidiyoo” jedhu mata dureewwan kanaan duraa qabatee baʼuu isaa itti fufa:

  • Mata dureen “Barumsawwan Masaraa Eegumsaa Irraa Argaman” jedhu kana booda kutaa “Gaafannoo fi Muuxannoo” jedhu jalatti hin baʼu.

  • Mata dureen “Wantoota Jaarmiyichi Raawwate” jedhu kana booda kutaa “Jaarmiyaa Keenya” jedhu jalatti hin baʼu.

  • Mata dureen “Animeeshinii Gabatee Adii” jedhu kana booda kutaa “Ijoollee” fi “Dargaggoota” jedhu jalatti hin baʼu.

  • Mata duree, “Yaadawwan Madda Jireenyaa Ilaalchisee Kennaman” jedhuu fi kutaa “Gaafannoo fi Muuxannoo” jedhu jalatti baʼaa tureef, maqaa haaraan “Saayinsii” jedhu kennameera.

  • Mata duree, “Hiriyoonni Kee Maal Jedhu?” jedhuu fi kutaa “Dargaggoota” jedhu jalatti baʼaa tureef, maqaa haaraan “Gaafannoo fi Muuxannoo” jedhu kennameera.

Kutaa “Mata dureewwan Walitti Aananii Baʼan” jedhu ilaali.