Dhimma ijoo ta'etti seeni

‘Abdii Waaqayyo Kenne Keessaa Tokko Illee Lafa Buʼee hin Hafne’

Adeemsi Israaʼelonni lafa onaa keessatti godhan xumurameera; Biyyatti Abdachiifamte ishii waggoota hedduudhaaf eegaa turanitti dhihaataniiru. Israaʼelonni geggeessaa Iyaasuu jala jiran guutummaatti Yihowaadhaaf ajajamuudhaan abdiin inni kenne yeroo raawwatamu ni arguu laata? Seenaan kun yeroo harʼaatti abdiin Waaqayyoo kenne akka raawwatamu amantii qabdu akkamitti akka siif cimsu ilaali.