Dhimma ijoo ta'etti seeni

Dhugaa Baatota Yihowaa—Amantii Hojiidhaan Argisiifame, Kutaa 2: Ificha Ibsuu

Barattoonni Kitaaba Qulqulluu ajaja Yesuus “saboota hundumaa keessaa namoota barattoota koo godhaa” jechuudhaan kenne raawwachuuf hojii guddaa hojjechuu qabu. Taʼus mormitoota hedduu qabu. Beekumsi Kitaaba Qulqulluu irratti qabanis guddachuu qaba. Amantiin isaanis caalaatti fooyyaʼaa deemuu qaba. Kutaan lammaffaa viidiyoo kanaa Yihowaan bara 1922 kaasee hanga yoonaatti saba isaa geggeessaa kan jiru akkamitti akka taʼe ibsa.

 

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

DOOKUMANTARII

Dhugaa Baatota Yihowaa—Amantii Hojiidhaan Argisiifame, Kutaa 1: Dukkana Keessaa Baʼuu

Seenaan kun seenaa namoota jibbi akkamii iyyuu yoo isaan irra gaʼe ifa dhugaa Kitaaba Qulqulluutiin jiraachuu barbaadanii ti. Fakkeenyi isaanii amanamummaadhaan Yihowaa tajaajiluu kee akka itti fuftu si gargaara.