Dhimma ijoo ta'etti seeni

Rogsadee Bifa Bildiimaa

Rogsadee Bifa Bildiimaa

Bara bulchiinsa Naaziitti, Dhugaa Baatonni Yihowaa Jarman keessa jiraatan Hiitlariin deggeruu didanii turan. Maatiin Kusroo, amantii isaanii utuu hin laaffisin jabaatanii dhaabbachuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe baradhu.