Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Faarfannaa 136

Mootummichi Inni Bulchuu Jalqabe Haa Dhufu!

Mootummichi Inni Bulchuu Jalqabe Haa Dhufu!

(Mulʼata 11:15; 12:10)

  1. Yaa Yihowaa kan jiraattu,

    Yoomiyyuu kan turte.

    Ajaja keetiin geggeessa

    Ilma kee moosiste.

    Hundeessite Mootummicha;

    Guutummaa lafaa ni bulcha.

    (WALLEE)

    Fayyinnii fi aangoon,

    Mootummaanis taʼe amma.

    Mootummaan hundaaʼe.

    “Haa dhufu!” jennee kadhanna.

  2. Seexanni ni bada amma;

    Boqonnaa arganna.

    Yeroonsaa rakkisaa taʼus

    Abdii dhugaa qabna.

    Hundeessite Mootummicha;

    Guutummaa lafaa ni bulcha.

    (WALLEE)

    Fayyinnii fi aangoon,

    Mootummaanis taʼe amma.

    Mootummaan hundaaʼe.

    “Haa dhufu!” jennee kadhanna.

  3. Ergamoonni ni gammadu

    Gammachuun faarfatu.

    Samiin qulqulleeffameera

    Seexanaaf sobarraa.

    Hundeessite Mootummicha;

    Guutummaa lafaa ni bulcha.

    (WALLEE)

    Fayyinnii fi aangoon,

    Mootummaanis taʼe amma.

    Mootummaan hundaaʼe.

    “Haa dhufu!” jennee kadhanna.

(Dabalataan Dan. 2:​34, 35; 2 Qor. 4:​18 ilaali.)