Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 39

Waaqayyo Biratti Maqaa Gaarii Qabaadhu

Waaqayyo Biratti Maqaa Gaarii Qabaadhu

(Lallaba 7:1)

  1. 1. Guyyaa hundumaa Waaqaaf ajajamna;

    Seerasaa eegnee maqaa bareechanna.

    Kan carraaqnu taanaan wanta sirrii gochuuf,

    Gammachuu fidna Yihowaadhaaf.

  2. 2. Beekamoo taʼuuf ni qoramna taʼa;

    Akka nuu kennu addunyaan galata.

    Gatii hin qabaatu, taʼuun michuu isaa,

    Eebba Yihowaa nu dhabsiisa.

  3. 3. Yihowaan akka nu yaadatu feena;

    Maqaa baʼeessa qabaachuu barbaanna.

    Isattʼ amanamna, dhugaadhaaf dhaabbanna;

    Maqaa gaariidhaan itti fufna.