Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 142

Abdii Keenya Cimsinee Qabachuu

Abdii Keenya Cimsinee Qabachuu

(Ibroota 6:18, 19)

  1. 1. Ilmaan namaa dukkana keessaa hin baane.

    Yaaliin godhan isaaniif hin milkoofne.

    Baayʼee cimaa waan taʼeef cubbuun dhaalan,

    Waliif aarsaa taʼuuʼn dandaʼan.

    (BUUSAA)

    Gammadaa guyyichi dhihaateera!

    Yihowaan karaa ilmasaa nu fura.

    Hammina guutummaatti balleessa;

    Abdii kana qabaachuun nu jabeessa.

  2. 2. Guyyaan murtii Waaqaa dhiheenyatti dhufa;

    “Hamma yoomiitti?” jechuunis ni hafa.

    Uumamasaa aadu bilisa baasa.

    Isa jajaa, nuu wajjin faarsaa.

    (BUUSAA)

    Gammadaa guyyichi dhihaateera!

    Yihowaan karaa ilmasaa nu fura.

    Hammina guutummaatti balleessa;

    Abdii kana qabaachuun nu jabeessa.