Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2022:- “Nagaa Hordofaa”!

Jimaata

Sagantaan Jimaataa Faarfannaa 29:11 irratti kan hundaaʼe dha—“Yihowaan saba isaa nagaadhaan eebbisa.”

Sanbadduraa

Sagantaan Sanbadduraa 2 Pheexiros 3:14 irratti kan hundaaʼe dha—‘Xurii fi mudaa kan hin qabne taʼuudhaan nagaadhaan argamaa.’

Dilbata

Sagantaan Dilbataa Roomaa 15:13 irratti kan hundaaʼe dha—“Waaqayyo inni abdii kennu gammachuu fi nagaa guddaadhaan isin haa guutu.”

Odeeffannoo

Odeeffannoo barbaachisaa namoota walgaʼicha irratti hirmaataniif taʼu.