2022-2023 Walgaʼii Aanaa Dhugaa Baatota Yihowaa Kan Bakka Buʼaan waajjira Damee Irratti Argamu
Namoota Nagaa Jaallattan Taʼaa
Sagantaa ganamaa fi waaree boodaa walgaʼii aanaa bakka buʼaan waajjira damee irratti argamuuf qophaaʼe.
Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
Gaaffiiwwan kun sagantaa kana keessatti deebii ni argatu.