‘Misiraachicha Lallabaa!’ 2024 Sagantaa Walg⁠a⁠ʼii Naannoo

Jimaata

Sagantaan Jimaataa Luqaas 2:10 isa “Misiraachoo namoota hundaaf gammachuu guddaa argamsiisu” jedhurratti kan hunda⁠a⁠ʼedha.

Sanbadduraa

Sagantaan Sanbadduraa Faarfannaa 96:2 isa “Guyyaa guyyaadhaan misiraachoo fayyisuu isaa labsaa” jedhurratti kan hunda⁠a⁠ʼedha.

Dilbata

Sagantaan Dilbataa Maatewos 24:14 isa “. . . sana booda dhumni ni dhufa” jedhurratti kan hunda⁠a⁠ʼedha

Odeeffannoo

Odeeffannoowwan hirmaattota fayyadan.

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

WAAʼEE KEENYA

Walgaʼiiwwan Naannoo Dhugaa Baatonni Yihowaa Waggaa Waggaadhaan Geggeeffatan

Qophii waggaa waggaadhaan godhamuu fi kaffaltii malee taasifamu irraa akka fayyadaman namoota hundaaf affeerraan dhihaateera.

WALGAʼIIWWAN NAANNOO

Affeeramtaniittu: Walgaʼii Naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa 2024 ‘Misiraachicha Lallabaa!’ Jedhamu

Walgaʼii naannoo waggaa kanaa Dhugaa Baatonni Yihowaa qopheessanirratti akka argamtu si affeerra.

WALGAʼIIWWAN NAANNOO

Beeksisa Diraamaa Kitaaba Qulqulluu: Ifa Addunyaa Isa Dhugaa

Beeksisa Boqonnaa 1​ffaa Seenaa Tajaajila Yesuus ilaali. Boqonnaan kun walgaʼii naannoo 2024 irratti ilaalama.