Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ROOMAA 1-3

Qalbii Keessan Leenjisuu Keessan Itti Fufaa

Qalbii Keessan Leenjisuu Keessan Itti Fufaa

2:14, 15

Qalbiin keenya nu gargaaruu kan dandaʼu,

  1. qajeelfama Kitaaba Qulqulluu irra­tti hundoofnee yoo leenjisne dha

  2. qajeelfamawwan kana yeroo nu yaadachiisu yoo dhaggeeffanne dha

  3. dhiibbaa foon keenya inni cubbamaan nu irraan geessisu moʼuuf gargaarsa hafuura qulqulluu argachuuf yoo kadhanne dha.​—Rom 9:1