Babalʼistoonni Maaltaa tiraaktiitti yommuu fayyadaman

BARREEFFAMA QO'ANNAA WALGA'II JIREENYAA FI TAJAAJILA KIRISTIYAANAA Waxabajjii 2016

Ittiin Lixa

Ittiin lixa barruu Dammaqaa! fi tiraaktii kennuuf gargaaru. Fakkeenya kennametti fayyadamii ittiin lixa mataa kee qopheeffadhu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Waaqayyoon Amanadhu, Wanta Gaarii Taʼes Hojjedhu

Gorsa gaarii Faarfannaa 37 irra jiru hojii irra oolchi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Barsiisuuf Viidiyoowwanitti Fayyadamuu

Tajaajila irratti viidiyoowwanitti fayyadamuu kan qabnu maaliifi? Dandeettii barsiisuu keenya guddifachuuf kan nu gargaaran hoo akkamitti?

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Warra Dhukkubsatan ni Kunuunsa

Yaadni Daawit geggeessaa hafuuraatiin Faarfannaa 41 irratti barreesse, tajaajiltoota amanamoo yeroo ammaatti dhukkubsatanii fi rakkatan jajjabeessuu ni dandaʼa.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Warra Garaan Isaanii Cabe hin Tuffatu

Faarfannaa 51 irratti Daawit cubbuu cimaa inni hojjete hangam akka isa miidhe ibseera. Hariiroo Yihowaa wajjin qabu akka fooyyeffatu kan isa gargaare maali dha?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Mootumichi Waggaa 100 Lakkoofsiseera

Wanta Mootummaan Waaqayyoo bara 1914 kaasee raawwate irratti mariʼachuuf gaaffiiwwan kennamanitti fayyadamaa.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

‘Wanta Yaada Sitti Taʼu Yihowaatti Gatii Dhiisi’

Gorsi Daawit geggeessaa hafuuraatiin Faarfannaa 55:22 irratti kenne rakkoo nu mudatu kam iyyuu, yaaddoos taʼe dhiphina damdamachuuf nu gargaaruu dandaʼa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

“Waaqayyo Gargaaraa Koo Ti”

Daawit Dubbii Isaatiif Yihowaa jajateera. Caqasoonni Kitaaba Qulqulluu rakkoo si mudate damdamachuuf si gargaaran kam faʼi?